John 5:42 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo akka isin jaalala Waaqaa hin qanne ani hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini isani beekha, aka isani jaalala Waaqa garaa keesani keesa inqamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo anin, akka isan jaalala Waaqaa garaa keessan keessaa hinqamne inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isin jaalala Rabbii akka uf keessaa hin qabne hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin onnee keessantti Waaqa ka hin jaalanne ta'uu keessan ni beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo akka isin jaalala Waaqaa hin qanne ani hin beeka.