John 5:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani maqaa Abbaa kiyyaatiin dhufee, isin ammoo ana hin fudhanne; nami dhibiin yoo maqaa ifiitiin dhufe, isin ammoo isa hin fudhattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maqa Abba kiyyatiini d'ufe, ammo isani na fud'achu diddani; hojja nami d'ibiini maqa ufiitini d'ufu inuma fud'attani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin maqaa Abbaa kiyyaatiin dhufe, ammoo isan na fudhachuu diddan; yo namii dhibiin maqaa ufiitiin dhufu inuma fudhattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maqaa abbaa kiyyaatiin dhufeera. Isin garuu na hin simanne ka biraa uduu maqaa ufiitiin dhufee isa ammo hin simattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani maqaa abbaa kiyyaatiin dhufeera. Isin garuu na hin simanne ka biraa uduu maqaa ufiitiin dhufee, isa ammoo hin simattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani maqaa Abbaa kiyyaatiin dhufee jira, isin garuu ufitti ana hin fudhanne, ka bira'aa maqaa isaatiin yoo dhufe garuu, ufitti ni fudhattaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani maqaa Abbaa kiyyaatiin dhufee, isin ammoo na hin fudhanne; nami dhibiin yoo maqaa ifiitiin dhufe, isin ammoo isa hin fudhattan.