John 5:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo waan inni barreesse yoo hin dhugeeffatin, waan ani jedhu attam dhugeeffatuu dandeettan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani waan inni t'aafe d'ugefachu baatani, akami dubbi tiyya d'ugefattani re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo yo waan innii barreesse dhugeeffachuu baattanii, akkam dubbii tiyya dhugeeffattan ree?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo kitaabota yoo hin amanne dubbii kiyya attamitti amanuu dandeettan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo kitaabota yoo hin amanne dubbii kiyya attamitti amanuu dandeettan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka inni barreesse yoo amanuu dhabaattan garuu, dubbii kiyya attamitti amanttan ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo waan inni barreesse yoo hin dhugeeffatin, waan ani jedhu attam dhugeeffatuu dandeettan?» jedhe.