John 5:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaa achi irkatiisatti jiru dhaggee, yennaa hedduu akka inni akkas dhibamaa ture beekee, “Fayyuu barbaaddaa?” jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni isa arge, aka inni guyya heddu achi ch'iise beennaani, Fayyu feeta? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus isa argee, akka innii guyyaa hedduu yokaan bara dheeraa achi ciise beennaan, “Fayyuu feetaa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus namicha kana uduu inni achi ciisu argee, bara hedduu haala akkasii keessa akka ture beekee, «Fayyuu barbaaddaa?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus namicha kana uduu inni achi ciisu argee, bara hedduu haala akkasii keessa akka ture beekee, «Fayyuu barbaaddaa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus nama kana achuma ciisee argeeniiti yeroo baayi'ee irraa jalaqabee dhukkubsachuu isaa beekee, «Fayyu'uuf ni barbaadda moo?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaa achi irkatiisatti jiru dhaggee, yennaa hedduu akka inni akkas dhibamaa ture beekee, «Fayyuu barbaaddaa?» jedhee isa gaafate.

Recommended Reading