John 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi dhibamaan sun, “Gootta'a, bisaan yennaa tacho'u nama haroo keessa na buusu hin qabu; adoo ani seeniisaaf wodhaanuu, nami dhibiin anaan dura seena” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi fayya inqamne kaani waan jed'eeni, Aabbo, anini nama yo bisaani woch'ani keesa na buusu inqabu; ato anini iti hirkifad'u, nami d'ibiini na durati seena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii fayyaa hinqamne kaan, “Aabboo, anin nama yo bisaan wacan keessa na buusu hinqabu; adoo anin itti hirkifadhuu, namii dhibiin na duraatti seenaa” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhibamaan sun, «Gooftaa kiyya! hennaa bisaan socho'u nama achi keessa na buusu hin qabu; yoo ani bu'uuf tattaafadhu ka biraatitu na firrisee keessa bu'a» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhibamaan sun, «Gooftaa kiyya, hennaa bisaan socho'u nama achi keessa na buusu hin qabu, yoo ani buu'uuf tattaafadhu ka biraatitu na firisee keessa bu'a» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhukkubsataan'llee, «Yaa Gooftaa! Yeroo bishaan socho'utti ana fidee gara bishaan kuufamee keessa nama ana aseenisisu hin qabu, yoo ani deemu'uuf yaalu naminni bira'aa ana durssee ni bu'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi dhibamaan sun, «Gootta'a, bisaan yennaa tacho'u nama haroo keessa na buusu hin qabu; adoo ani seeniisaaf wodhaanuu, nami dhibiin anaan dura seena» jedhee deebise.