John 6:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus gara Abbaayaa Galiila'aa ta Xiberiyaas jedhantuun gamatti bu'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Yesoni kae gama galaana Galilaya (yokhaani Tiberia) d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii sun Yesus ka'ee gama galaana Galiilaa (yokaan Xiberiyaasitti) taakke.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yesuus galaana Galiila'aa ka Xibiriyaadoos jedhamu ceeyee haga qaccee galaanaa fagoo dhaqe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus gara galaana Xibiriyaadoos jedhamuu ka Galiilaa gamaa ceeye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus Xiberiyaados gara garba ciisaa jedhamuutiin gamaa ni ce'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus gara Abbaayaa Galiila'aa ta Xiberiyaas jedhantuun gamatti bu'e.