John 6:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Kolbaa teessisa'a” jedhe. Marra gudda'atti achi jiraayyu; maarre dhiirti gara kuma shanii gad teteette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Biyya teteesisa. Fulla suni buuyo dansa jira. Tanaafi nami ch'ufti tatae. Nami d'iira ch'allaani kunki shani taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Biyya teteessisaa!” jedhee, fulaa sun buuyyoo dansaa jiraa, tanaaf namii cuftii tata'e. Namii dhiira callaan kuma shan ta'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Namoota akka taa'an godhaa'a» jedhe. Hulee san marga gudda'atu jira. Worri dhiiraa ka taa'an laakkobsi isaanii haga kuma shanii gaya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Namoota akka taa'an godhaa'a» jedhe. Hulee san marga gudda'atu jira. Worri dhiiraa ka taa'an laakkofsi isaanii haga kuma shanii gaya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Namoonni akka taa'an isaan taasisaa» jedhe. Bakka san'llee marga baayi'etu jira ture, namoonni'llee ni taa'an, laakkofssi isaanii'llee kuma shanii ka gayu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Kolbaa teessisa'a» jedhe. Marra gudda'atti achi jiraayyu; maarre dhiirti gara kuma shanii gad teteette.