John 6:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus xaltaa fuudhee, Waaqa galatoonfatee, kolbaa achi tee'iisatti jirtuuf haga isaan barbaadane qoode; qurxummiille akkasuma tolche.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni qit'a shanaani kaani guure, eebise, biyya teteetuti kenne, akasuma qurt'umile haga fed'ani worra kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus qixxaa shanaan kaan guuree, Waaqaa galata galchee, biyya teteettuutti kenne, qurxummiillee akkasuma haga warrii fedhuu kenneef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus xoroshoo ol fuudhee galatoonfatee darasootatti kenne. Darasoonni worra taa'aniif kennan. Akkasuma qurxummiillee haga isaan barbaadan hireef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee xoroshoo ol fuudhee galateeffatee, darasootatitti kenne. Darasoonnillee worra taa'aniif kennan. Akkasuma qurxummiillee haga isaan barbaadan hireef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus buddeena ol fuudhee galata eega dhiyeesseen duubatti, namoota taa'aniif ni qoode. Akkuma kana qurxxummiiwwan'llee isaanii ni qoode, marrinuu waan haga isaan barbaachisu ni argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus xaltaa fuudhee, Waaqa galateeffatee, kolbaa achi tee'iisatti jirtuuf haga isaan barbaadane qoode; qurxummiille akkasuma tolche.