John 6:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan mara yennaa quufane, inni barattoota ifiitiin, “Hanbaa hatte irraa wonni tokkolle akka hin banne wolitti qaba'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti quufte jennaani, inni waan jara isaatiini jed'e, hamba suni wolti guura aka tokoleeni imbanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyiti quuftee jennaan, innii jara isaatiin, “Akka tokkolleen hinbanne hambaa sun walti guuraa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee haga quufaniin maayii darasootaan, «Wonti tokko uduu hin hafin hambaa hafe marumaa wolitti qabaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee haga quufaniin maayii darasootaan, «Wonti tokko uduu hin hafin hambaa hafe marumaa wolitti qabaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marrinuu nyaatanii eega quufaniin duubatti barattoota isaatiin, «Wonitti tokko'llee akka hin hin badinneef hanbbaa hafe'llee wolitti qabaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mara yennaa quufane, inni barattoota ifiitiin, «Hambaa hatte irraa wonni tokkolle akka hin banne wolitti qaba'a» jedhe.