John 6:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan xaltaa daabboo garbu'uu shanan kolbaan nyaatteertuun, hanbaa hatte wolitti qabanee kolonjoo kudhanii lama guutane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi hamba qit'a garbu shanaani, ka biyyiti nyaatte hambifte, wolti guurani, dadu kud'ani lama guutani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf hambaa qixxaa garbuu shanaan, ka biyyitii nyaattee hambifte, walti guuranii, daduu kudhanii lamaa guutan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu wolitti qaban. Xoroshoo garbu'uu shanan nyaatan keessaa hambaan hafe masoobii kudha lamaa ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu wolitti qaban. Xoroshoo garbu'uu shanan nyaatan keessaa hambaan hafe gindoo kudha lamaa guutan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee namoonni nyaatanii ka hafe hambbaa buddeena garbu'uu shanii irraa wolitti qabanii, ginddoo kudha lamaa ni guutan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan xaltaa daabboo garbu'uu shanan kolbaan nyaatteertuun, hambaa hatte wolitti qabanee kollonjoo kudhanii lama guutane.