John 6:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan yennaa bilbaasa Yesuus huje kana dhaggite, “Kun dhugumaan raagicha gara biyya lafaa dhufu'uu jiruuyyu!” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti akheekha inni tolche suni arginaani waan jette, Kunini d'uguma raaga ka sila lafati d'ufu male!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii akeeka innii tolche sun arginaan, “Kunin dhuguma raaga silaa lafaatti dhufuu malee” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf namoonni haga maalalee Yesuus godhe arganiin maayii, «Kun dhugama raaga gara adunyaa kanaa dhufe!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa Kanaaf namoonni maalalee Yesuus godhe haga arganiin maayii, «Kun dhugama raaga gara adunyaa kanaa dhufe!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee baasa Yesus raawwate yeroo arganitti, «Dhugamaanuu kun gara biyya lafaa nabiyyicha dhufu!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan yennaa bilbaasa Yesuus huje kana dhaggite, «Kun dhugumaan raagicha gara biyya lafaa dhufu'uu jiruuyyu!» jette.