John 6:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus akka isaan hunnaan isa qabanee, mootii isa godhachu'uuf dhuffaaranu beekee, qofii ifii ammalle gara gaaraa deeme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni aka worri isa qabe, irreeni hayyu tolchu fed'u beennaani, worra biraa kae gara gaara koba ufi deeme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus akka warrii isa qabee, irreen hayyuu tolchuu fedhu beennaan, warra biraa ka'ee gara gaaraa kophaa ufii deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa kanaaf Yesuus akka isaan hunnaan isa qabanii mootii isa godhachu'uuf itti dhufa'aaran beekee hojja ufii gara gaaraa ol baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa kanaaf Yesuus, akka isaan hunnaan isa qabanii, mootii isa godhachu'uuf itti dhufa'aaran beekeeti hojja ufii gara gaaraa ol baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni garuu dirqamaan fudhataniinii isa nugusa taasisu'uuf akka yaadan yeroo beeketti, Yesus adda isaa deebi'ee achi fagaatee, gara gaaraa ol ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus akka isaan hunnaan isa qabanee, mootii isa godhachu'uuf dhufaaranu beekee, qofii ifii ammalle gara gaaraa deeme.