John 6:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa latti galgalootte, barattooti Yesuusii gara abbaaya'aa gad bu'anee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani, jari isaa fulla galaana d'aqe,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan, jarii isaa fulaa galaanaa dhaqee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa galgalaaye darasoonni gara galaana Qifirnaahoomii gad bu'an;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa dhiye darasoonni gara galaanaa gad bu'anii yabala keessa seenanii gara gama Qifirnaahomii uduu dhaqa'aaran,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo laftti dhiiyetti'llee barattoonni isaa gara garba ciisa'aa ni bu'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa latti galgalootte, barattooti Yesuusii gara abbaaya'aa gad bu'anee,