John 6:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bubbeen waan bubbisiisatti jirtuuf bisaan raafame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'awaani galaana d'ufte, bubbeeni guddo bubbifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhawwaan galaanaa dhuftee, bubbeen guddoo bubbifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bubbeen jabaan waan guddisee bubbiseef galaanni raafame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bubbeen jabaan waan guddisee bubbiseef galaanni raafame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bubbeen cimaan ni bubbisa waan tureef, garbi ciisaan ni raafame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bubbeen waan bubbisiisatti jirtuuf bisaan raafame.