John 6:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin hedduun baasa inni worra dhibamaa fayyisiisaan tolche waan dhaggitteef isa hordotte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini guddooni isa gula yaate, waan akheekha inni namaani fayyise argiteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin guddoon, waan akeeka innii namaan fayyise argiteef, isa gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maalalee inni dhibamtoota irratti godhe waan arganiif baniin hedduu isa faana deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maalalee dhibamtoota irratti inni godhe waan arganiif baniin hedduu isa faana deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni baayi'een Yesus dhukkubisatoota fayyisu'uun baasa inni taasise yeroo argan, ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin hedduun baasa inni worra dhibamaa fayyisiisaan tolche waan dhaggiteef isa hordotte.