John 6:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa lammeesso'oo kolbaan abbaayya'aan gamatti hatte, hoboloon takkattiin callaan akka achi jirtu hubatte. Yesuus barattoota ifii woliin hobolo'oon akka hin deemin, barattooti ammoo qofuu akka deemaneeranu kolbaan sun beette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya, gumiini guddooni ta gama galaanati hafte, aka hobolooni toko ch'allaani achiti hafte argite. Aka Yesoni jara ufi woliini hobolo inseeniini, ammo aka worri isa biraa yae hubatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Boriyyaa, gumiin guddoon gama galaanaatti hafte taan, akka hoboloon tokko callaan achiitti hafte, akka ammoo Yesus jara ufii waliin hoboloo hinseeniin, akka jarii isa biraa yaa'e hubatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin haga lafti bari'e galaana gama dhaabatanii turan. Yabala takkatti'ii achi Yaballi biraa akka achi hin jirree fi darasoonni isaa ufumatti waan deema'aaraniif, Yesuus darasoota woliin gara yabalaa akka hin seenne argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin haga lafti bari'e galaana gama dhaabatanii turan. Yabala takkatti'ii achi Yaballi biraa akka achi hin jirree fi darasoonni isaallee ufumatti waan deema'aaraniif, Yesuus darasoota woliin gara yabalaa akka hin seenne argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti aanutti'llee namoonni garba ciisa'aan gamatti hafanii turan, garba ciisaa irra hoboloon takka qoftti akka turee fi achitti'llee barattoonni isaa adda isaanii titti akka deeman, Yesus garuu isaan woliin hoboloo irra akka hin bayin, arganii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo kolbaan abbaaya'aan gamatti hatte, hoboloon takkattiin callaan akka achi jirtu hubatte. Yesuus barattoota ifii woliin hobolo'oon akka hin deemin, barattooti ammoo qofuu akka deemaneeranu kolbaan sun beette.

Recommended Reading