John 6:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hobolooti dhibiin, Xiberiyaasi irraa, gara lafa addee Goottaan galata galcheeruun, kolbaan daabboo itti nyaatteen dhikaattuu dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule hobolooni d'ibiini Tiberia baate, fulla worri qit'a Aabbooni eebise iti nyaate d'ufte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan hoboloon dhibiin Xiberiyaa yaatee, fulaa warrii qixxaa Aabboon eebbisee itti nyaate dhufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Yaballan biraa gara hulee Gooftaan buddeena itti eebbisee nyaatan san gara Xibiriyaadoosii dhufan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Yaballan biraa gara hulee Gooftaan buddeena itti eebbisee nyaatan san gara Xibiriyaadosii dhufan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u'llee hoboloowwan kuunniin Xibiryaados ka'anii, gara bakka Yesus kadhannaa galattaa itti taasiseeetii fi gara bakka ummanni buddeena itti nyaatee, bira ni dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hobolooti dhibiin, Xiberiyaas irraa, gara lafa addee Goottaan galata galcheeruun, kolbaan daabboo itti nyaatteen dhikaattuu dhufane.