John 6:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan, Yesuusii fi barattooti isaa akka achi hin jirre yennaa dhaggite, hoboloota san seentee Yesuus barbaadiisaaf, gara Qifirnaahoomii dhaxxe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini aka Yesofi jari isaa achi injirre arginaani, hobolo duude Kapernaumu d'at'e Yeso barbaadani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin akka Yesusii fi jarii isaa achi hinjirre arginaan, hoboloo duuddee Qifernaahom dhaxee Yesus barbaadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinillee Yesuus yookaan darasoonni achi akka hin jirre haga argan, ufumaa yabala keessa seenanii Yesuusiin soqa'aa gara Qifirnaahoomii dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniinillee Yesuus yookiin darasoonni achi akka hin jirre haga argan, ufumaa yabala keessa seenanii Yesuusiin soqa'aa gara Qifirinaahoomii dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee Yesus yookiin barattoonni isaa bakka san akka hin jirre yeroo arganitti, hoboloowwan sanniin yaabatanii Yesusiin barbaadu'uuf, gara Qifirnaahoomii ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan, Yesuusii fi barattooti isaa akka achi hin jirre yennaa dhaggite, hoboloota san seentee Yesuus barbaadiisaaf, gara Qifirnaahoomii dhaxxe.