John 6:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan abbaaya'aan gamatti yennaa Yesuus dhaggite, “Barsiisa'a, yoom as dhutte?” jetteen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gama galaana kaanti isa argani waan jed'aniini, Aabbo, yoomi armaani baate?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii gama galaanaa kaanti Yesus arganii, “Barsiisaa, yoom armaan baate?” jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa galaana gamatti isa argan «Barsiisaa'a! yoomiin garana dhufte?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee galaana gamatti hennaa isa argan «Barsiisaa'a, yoomiin garana dhufte?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garba ciisa'aan gamatti yeroo isa argatanitti'llee, «Yaa barsiisaa, garana yoom dhufitte?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan abbaaya'aan gamatti yennaa Yesuus dhaggite, «Barsiisa'a, yoom as dhutte?» jetteen.