John 6:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Ani dhuguma isinitti hima; isin waan sagalee nyaattanee quuttaneef ana barbaadiisatti jirtan malee, bilbaasa kiyya waan dhaggitaneefii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, wonti na barbaaddaniifi waan akheekha argitaniniti, ammo maro qit'a nyaattani quuftaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraan, “Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, wantii na barbaaddaniif waan akeeka argitanifiiniitii, ammoo marroo qixxaa nyaattanii quuftaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, wonti na barbaaddaniif waan buddeena nyaattanii quuftaniif malee, waan maalalee argitaniifii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, wonti na barbaaddaniif waan buddeena nyaattanii quuftaniif malee, maalalee waan argitaniifii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, «Dhugaa isiniin jedha, isin ka ana barbaadan buddeena waan nyaattanii fi waan quuftaniif malee, baasa waan argitaniifii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Ani dhuguma isinitti hima; isin waan sagalee nyaattanee quuttaneef na barbaadiisatti jirtan malee, bilbaasa kiyya waan dhaggitaneefii moti.