John 6:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Wonni akka isin gootanu Waaqi barbaadu, ka inni ergetti dhugeeffatiisa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Hujiini Waaqa tana, aka nama inni erge d'ugefattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraa deebisee, “Hujiin Waaqaa, akka nama innii erge dhugeeffattan kana” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Hujiin Rabbii kun, ka inni ergetti akka amantaniif» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Hujiin Rabbii kun, ka inni ergetti akka amantaniif» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Hujiin Waaqaa ammoo ka Waaqinni ergetti amanu'u» jechu'uun, isaanii ni deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Wonni akka isin gootanu Waaqi barbaadu, ka inni ergetti dhugeeffatiisa» jedhe.