John 6:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Akka dhagginee si'itti dhugeeffanu bilbaasa maan goota? Maan hujja?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri duuba waan jed'eeni, Atini akheekha kami tolchita, aka nu agarre si d'ugefannu? Atini maani tolchita?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii duuba, “Akka nu garree si dhugeeffannuu atin akeeka kam tolchita? Atin maan hojjataa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akkana jedhaniin, «Eeganaa arginee akka amannuuf maalaleen ati gootu maali'i? Maal hojjattalle'e?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa, «Arginee akka amannuuf maalaleeni ati gootu maali'i? Maal hojjattalle'e?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee akkana ni jedhaniin, «Nu'u arginee sitti akka amannuuf baasa maal taasftta? Maal'llee hojjatta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Akka dhagginee si'itti dhugeeffannu bilbaasa maan goota? Maan hujja?