John 6:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Barreeffam Woyyichi, ‘Inni sagalee ol-gubbaa irraa akka nyaatanu isaaniif kenne’ jedhu, Abbootiin teenna lafa goomole'ee keessatti sagalee mannaa jedhantu nyaatte” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti teenna sagale ta Manna jed'ani lafa gamooji keesati nyaatte, akuma t'aafiini jettu, Inni qit'a gubbaa worraa kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abaabootii teenna sagalee ta ‘Maannaa’ jedhan lafa gammoojjii keessatti nyaatte, akkuma barreessiin ‘Innii qixxaa gubbaa warraa kenne’ jettu” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Akka nyaataniif samii irraa xoroshoo kenneeraaf› jedhamee akkuma barreeffame, Abboonni teenna lafa udume'eetitti nyaata sami'ii nyaatan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Akka nyaataniif samii irraa xoroshoo kenneeraaf› jedhamee akkuma barreeffame, Abboonni teenna lafa udume'eetitti nyaata sami'ii nyaatan jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Akka nyaataniif sami'ii buddeenna isaanii ni kenne› jedhamee akkuma barreeffametti, abbootiin keenna gammoojji'itti ‹maannaa› nyaatanii jiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Barreeffam Woyyichi, ‹Inni sagalee ol-gubbaa irraa akka nyaatanu isaaniif kenne› jedhu, Abbootiin teenna lafa goomole'ee keessatti sagalee mannaa jedhantu nyaatte» jedhaneen.