John 6:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Ani dhuguma isinitti hima; ka sagalee ol-gubbaa irraa isiniif kenne Muuse'ee moti; ka sagalee dhuga'aa ol-gubbaa irraa isiniif kennu Abbaa kiyya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan jed'eeni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami qit'a gubbaa isani kenne Musaniti, ammo Abba kiyya ka gubba jiruti kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus warraan, “Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, Museen qixxaa Waaqaa gubbaa isanii hin kennine; ammoo Abbaa kiyya ka gubbaa jiruutti qixxaa dhugaa isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha! ka xoroshoo dhuga'aa samii irraa isinii kennu Abbaa kiyya malee Muuse'ee miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha! xoroshoo dhuga'aa samii irraa ka isinii kennu Abbaa kiyya malee, Muuse'ee miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yesus akkana isaaniin jedhe, dhugaa isiniin jedha, «Buddeena sami'ii bu'e ka isaanii kenne Muse'ee miti, buddeena dhuga'aa sami'ii ka isinii kennu Abbaa kiyya,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Ani dhuguma isinitti hima; ka sagalee ol-gubbaa irraa isiniif kenne Muuse'ee moti; ka sagalee dhuga'aa ol-gubbaa irraa isiniif kennu Abbaa kiyya.