John 6:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sagaleen Waaqi kennu sun, ka ol-gubbaa irraa gad dhufee, jiruu biyya lafaatiif kennu” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qit'aani Waaqi namaa kennu namicha gubbaa gadi d'ufe jireenna lafaa kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qixxaan Waaqii namaa kennu namicha gubbaa gad dhufee jireenna lafaa kennu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xoroshoon Rabbii ka sami'ii bu'u ka adunya'aaf jireenna kennu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xoroshoon Rabbii ka sami'ii bu'u ka adunya'aaf jireenna kennu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Buddeenni Waaqaa ka sami'ii bu'uu fi biyya lafaatiif jireenna ka kennu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagaleen Waaqi kennu sun, ka ol-gubbaa irraa gad dhufee, jiruu biyya lafaatiif kennu» jedheen.