John 6:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Gootta'a, sagalee tana yennaa mara nu'uuf keenni” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Aabbo, qit'a kana guyya ch'ufa nuu kenni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Aabboo qixxaa kana guyyaa cufaa nuu kenni” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu namoonni, «Gooftaa'a! nyaata kana hennaa maraa nuu kenni» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu, «Gooftaa'a, nyaata kana hennaa maraa nuu kenni» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf namoonni, «Yaa Gooftaa! Buddeena bifa kanaa yeroo maraa nuuf kenni» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Gootta'a, sagalee tana yennaa mara nu'uuf kenni» jedhaneen.