John 6:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Sagaleen jiru'uu ana; ka gara kiyya dhufu ijjumaa hin beelotu; ka anatti dhugeeffatu ijjumaa hin dheebotu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Qit'aani jireenna ana. Nami gara kiyya d'ufu imbeelau, ammalle nami naa d'ugefatu diqole ind'eebotu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Qixxaan jireennaa ana. Namii gara kiyya dhufu hinbeela'u, ammallee namii na dhugeeffatu diqqumaallee hindheebotu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Xoroshoon jireennaa Ana; ka gara kiyya dhufu horomaa hin beelawu; ka anatti amanu hennaa maraa horomaa hin dheebotu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Xoroshoon jireennaa Ana; ka gara kiyya dhufu horomaa hin beelawu, kanatti amanu hennaa maraa horomaa hin dheebotu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Buddeenni jireennaa ana, gara kiyya ka dhufu gonkumaa hin beelayu, anatti ka amanu gonkumaa hin dheebotu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Sagaleen jiru'uu ana; ka gara kiyya dhufu ijjumaa hin beelotu; ka natti dhugeeffatu ijjumaa hin dheebotu.