John 6:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma ani isinitti hime, isin ana dhaggitaneertan; ammoo hin dhugeeffane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini qara waan isaniini jed'e, Isani na agartani, ammo na ind'ugefattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo qaraa isaniin, isan na gartanii, ammoo na hindhugeeffattan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo na argitanii waan hin amanneef kana isiniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo na argitanii waan hin amanneef kana isiniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu ana argitanii jirttan, garuu anatti hin amanne isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ani isinitti hime, isin na dhaggitaneertan; ammoo hin dhugeeffanne.