John 6:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka Abbaan kiyya anaaf kennu mara gara kiyya hin dhufa. Ka gara kiyya dhufu ani ijjumaa ifi irraa hin ari'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Aabbooni naa kenne ch'ufti gara kiyya d'ufa, anileeni diqole indidu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Aabboon naa kenne cuftii gara kiyya dhufa, ka gara kiyya dhufuu aniilleen ufi irraa hingussu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Aabba naa kennu maruu gara kiyya dhufa. Anillee ka gara kiyya dhufu maraa sirimaa gara diidaa hin baasu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Aabba naa kennu maruu gara kiyya dhufa. Anillee gara kiyya ka dhufu maraa sirimaa gara diidaa hin baasu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Waaqinni Abbaan naaf kennu marrinuu gara kiyya ni dhufa, ka gara kiyya dhufu'llee gonkumaa gara alaa titti isa hin ari'uun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Abbaan kiyya naaf kennu mara gara kiyya hin dhufa. Ka gara kiyya dhufu ani ijjumaa ifi irraa hin ari'u.