John 6:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fedhiin ka ana ergee, worri inni anaaf kenne mara guyyaa muumme'ee akka jiru'uuf isaan kaasu malee, isaan keessaa tokkolle akka ani balleessuufii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fed'iini nama na erge tana, aka nama inni naa kenne tokole imballeesine, ammo guyya muumme kaasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii na ergee Fedhiin nama na ergee tana, akka nama innii naa kenne tokkollee hinballeessuu, ammoo guyyaa muummee kaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fedhiin ka ana ergee, worra inni naa kenne maraa keessaa tokkochallee akka hin balleessine; guyyaa dhumaa akka isa kaasuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fedhiin ka na ergee, worra inni naa kenne maraa keessaa tokkochallee akka hin balleessine guyyaa dhumaa akka isa kaasuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fedhiin ka ana ergee'llee, ka naaf kenne mara keessaa tokkoma'llee uduu hin balleessin guyyaa muumme'ee titti, du'aa akka isaan kaasuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fedhiin ka na ergee, worri inni naaf kenne mara guyyaa muumme'ee akka jiru'uuf isaan kaasu malee, isaan keessaa tokkolle akka ani balleessuufii moti.