John 6:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san Jilti Irra Dabaramaa ta Yihudootaa dhikaarteertiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jilti Yahudi ta Pasaka jed'ani ya d'iaatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun jiltii warra Yihudii ta Dabarsaa jedhan ya dhi'aatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Faasikaan Yihuudotaa dhiyaatee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san Faasikaan Yihuudotaa dhiyaatee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyaanni Faasiikaa Yihudotaa dhiyaatee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Jilti Irra Dabaramaa ta Yihudootaa dhikaatteertiiyyu.