John 6:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fedhiin Abbaa kiyyaa, nami Ilma isaa dhaggee itti dhugeeffatu mara jiruu barabaraa akka qabaatu. Anille guyyaa muumme'ee jiruu'uuf isa kaasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Aabbooni fed'u tana: aka worri Ilma arge d'ugefatu ch'ufti jireenna hegeri argatu; duuba anini guyya muumme duisa keesaa kaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Aabboon fedhu, akka namii ilma argee dhugeeffatu cuftii jireenna barabaraa argatu; ammallee anin guyyaa muummee du'a keessaa kaasa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Ilma isaa argee itti amanu maruu jeennata bara baraa haa argatu'uuf fedhiin abbaa kiyyaa kana. Anillee guyyaa dhumaa du'aa kaasaan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Ilma isaa argee itti amanu maruu jireenna bara baraa haa argatuuf fedhiin abbaa kiyyaa kana. Anillee guyyaa dhumaa san hin kaasaan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ee! Fedhiin Abbaa kiyyaa Ilmaa ka laaluu fi isatti ka amanan marrinuu, jireenna bara baraa akka argataniif, ani'llee guyyaa muumme'ee titti du'aa ni kaasa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fedhiin Abbaa kiyyaa, nami Ilma isaa dhaggee itti dhugeeffatu mara jiruu bara baraa akka qabaatu. Anille guyyaa muumme'ee jiru'uuf isa kaasa» jedhe.