John 6:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yihudootaa waan inni, “Sagaleen ol-gubbaa irraa gad dhutte ana” jedheef itti gungumiisatti ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yahudiini waan isaa gungumte, waan inni, Anini qit'a ka gubbaa gadi d'ufe ufiini jed'eefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin waan innii “Anin qixxaa gubbaa gad dhufe” ufiin jedheef waan isaa gungumte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Yihuudonni, «Xoroshoon sami'ii bu'e ana» waan jedheef isatti guunguman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Yihuudonni, «Xoroshoon sami'ii bu'e ana» waan jedheef isatti guunguman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus, «Buddeenni sami'ii bu'e ana» jechuu isaatiin, Yihudonni isa irratti ni guunguman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihudootaa waan inni, «Sagaleen ol-gubbaa irraa gad dhutte ana» jedheef itti gungumiisatti ka'ane.