John 6:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Wolitti gungumiisa lakkisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Ufi keesati ingungumiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus warraa deebisee, “Ufii keessatti hingungumiinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ufii wolitti hin gururi'inaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Ufii wolitti hin gururi'inaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ufii keessan wolitti hin guunguminaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Wolitti gungumiisa lakkisa'a.