John 6:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugaa isinitti hima; nami dhugeeffatu jiruu bara baraa qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami d'ugefatu jireenna hegeri qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhuguma dhugaatiin, isanitti himaa, namii dhugeeffatu jireenna barabaraa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka natti amane jireenna bara baraa qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, ka natti amane jireenna bara baraa qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaa isiniin jedha, (anatti) naminni amanu, jireenna bara baraa ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugaa isinitti hima; nami dhugeeffatu jiruu bara baraa qaba.