John 6:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbootiin teessan lafa goomole'ee keessatti sagalee mannaa jedhantu nyaatte; te'uu male duute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ababooti teesani ta sagale manna jed'ani lafa gamooji keesati nyaate, amma ya raawatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abaabooti teessan ta sagalee maannaa jedhan lafa gammoojjii keessatti nyaatee, amma ya raawatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbootiin teessan lafa udume'ee keessatti nyaata mannaa jedhamu nyaatan; haa ta'uu ammo hin du'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbootiin teessan lafa udume'ee keessatti nyaata mannaa jedhamu nyaatan; haata'uu ammo hin du'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbootiin teessan gammoojji'itti maannaa ni nyaatan, garuu ni du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teessan lafa goomole'ee keessatti sagalee mannaa jedhantu nyaatte; te'uu male duute.