John 6:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sagaleen nami akka hin duuneef akka nyaatu, ol-gubbaa irraa gad buutu ammoo tana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini qit'a ka gubbaa gadi d'ufe, ka nami nyaate indoone.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kunin qixxaa gara gubbaatii gad dhufe, ka namii isa nyaate hindoone.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni isa irraa nyaate akka hin duune xoroshoon amma sami'ii bu'e kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni isa irraa nyaate akka hin duune, buddeenni amma sami'ii bu'e kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Buddeenni sami'ii bu'e kana, buddeena kana'llee ka nyaatu gonkumaa hin du'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagaleen nami akka hin duuneef akka nyaatu, ol-gubbaa irraa gad buutu ammoo tana.