John 6:52 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudooti, “Namichi kun attam foon isaa akka nyaannu nu'uu kenniisa dande'a?” jedhanee wol mormiisatti ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yahudiini wolmormite waan woliini jette, Isii, nami kuni akami dandae fooni ufi nuu kenna aka nyaannu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yihudiin, “Isii, namii kun akkam danda'ee akka nyaannu foon ufii nuu kenna?” jettee walimoromitte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Yihuudonni, «Namni kun attamitti foon isaa haa nyaannu'uuf nuu kennuu danda'a?» jedhanii wol morman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Yihuudonni, «Namni kun attamitti foon isaa haa nyaannu'uuf nuu kennuu danda'a?» jedhanii wol morman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Yihudonni, «Naminni kun foon isaa akka nyaanuuf attamitti nuuf kennuu danda'a?» jechu'uun, ufii isaaniitii wol ni mormman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudooti, «Namichi kun attam foon isaa akka nyaannu nu'uu kenniisa dande'a?» jedhanee wol mormiisatti ka'ane.