John 6:53 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Ani dhuguma isinitti hima: isin yoo foon Ilma Namaa hin nyaatin, dhiiga isaalle yoo hin unin, jiruu ifi keessaa hin qaddanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan jed'eeni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Yo isani fooni Ilma Nama nyaattani d'iiga isaa d'ugu baattani, jireenni isani keesa injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus warraaan, “Dhuguma, dhugaatiin isaniin jedhaa, Isan yo foon ilma namaa nyaattanii dhiiga isaa dhugu baattanii, jireenni isan keessa hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, yoo foon Ilma Rabbii nyaattanii fi dhiiga isaallee yoo dhuguu dhabaattan, ufitti jireenna bara baraa hin qabdan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, foon Ilma Rabbii yoo nyaattaniif, dhiiga isaallee yoo dhuguu dhabaattan, ufitti jireenna bara baraa hin qabdan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugaa isiniin jedha, foon Ilma Namaa nyaachuu yoo dhabaattan, dhiiga isaa'llee yoo hin dhugin jireenna hin qabddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Ani dhuguma isinitti hima: isin yoo foon Ilma Namaa hin nyaatin, dhiiga isaalle yoo hin unin, jiruu ifi keessaa hin qaddanu.