John 6:54 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami foon kiyya nyaatuu fi dhiiga kiyya unu jiruu bara baraa qaba; Ani guyyaa muumme'ee du'a keessaa isa hin kaasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fooni kiyya nyaate d'iiga kiyya d'ugu jireenna hegeri qaba, anini guyya muumme duisa keesaa kaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii foon kiyya nyaatee dhiiga kiyya dhugu jireenna barabaraa qaba, anin guyyaa muummee du'a keessaa kaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka foon kiyya nyaatuu fi ka dhiiga kiyyallee dhugu jireenna bara baraa qaba. Anillee guyyaa dhumaa du'aa isa kaasa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka foon kiyya nyaatuu fi ka dhiiga kiyyallee dhugu jireenna bara baraa qaba. Anillee guyyaa dhumaa du'aa isa kaasa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Foon kiyya ka nyaatuu fi dhiiga kiyya'llee ka dhugu marrinuu jireenna bara baraa ni qaba, ani'llee guyyaa muumme'ee titti, du'aa isa ni kaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami foon kiyya nyaatuu fi dhiiga kiyya unu jiruu bara baraa qaba; Ani guyyaa muumme'ee du'a keessaa isa hin kaasa.