John 6:55 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Foon kiyya sagalee dhuga'aa ti; dhiigi kiyyalle unii dhuga'aa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi fooni kiyya sagale d'ugaati, ammalle d'iigi kiyyaleeni liqimsaa d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif foon kiyya sagalee dhugaati, ammallee dhiigii kiyyaalleen liqimsaa dhugaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Foon kiyya nyaata dhuga'aati; dhiinni kiyyallee dhuddoo dhuga'aa waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Foon kiyya nyaata dhuga'aati, dhiinni kiyyallee dhuddoo dhuga'aa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Foon kiyya nyaata dhuga'aa, dhiiginni kiyya'llee dhugaatii dhuga'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Foon kiyya sagalee dhuga'aa ti; dhiigi kiyyalle unii dhuga'aa ti.