John 6:56 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka foon kiyya nyaatuu fi dhiiga kiyya unu anaan jiraata; Anille isaan jiraadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fooni kiyya nyaate d'iiga kiyya d'ugu na keesa taa, anileeni isa keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii foon kiyya nyaatee dhiiga kiyya dhuguu na keessa jiraata, aniilleen isa keessa jiraadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka foon kiyya nyaatee fi ka dhiiga kiyyallee dhuge na keessa jiraata; Anillee isa keessa jiraadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka foon kiyya nyaatee fi dhiiga kiyyallee ka dhuge na keessa jiraata; Anillee isa keessa jiraadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Foon kiyya ka nyaatuu fi dhiiga kiyya'llee ka dhugu marrinuu, anaan keessa ni jiraata, ani'llee isaa keessa ni jiraadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka foon kiyya nyaatuu fi dhiiga kiyya unu anaan jiraata; Anille isaan jiraadha.