John 6:59 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Qifirnaahoomitti Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessatti yennaa barsiisiisatti jiru tana dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi tana Yesoni mana Waaqa iti kad'atani keesati jed'e, ato Kapernaumu keesati barsiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus yo Qifirnaahom keessatti barrisiisee dubbii tana mana waldeennaa keessatti dubbate. Dubbii jireenna barabaraa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus waan kana Qifirnaahoomitti mana sagada Yihuudotaa keessatti uduu barsiisu jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kana mana sagada Yihuudotaa Qifirinaahoomitti uduu barsiisu jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana ka dubbate, Qifirnaahoomitti, bakka wolgayii isaanii titti, yeroo barsiisutti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Qifirnaahoomitti Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti yennaa barsiisiisatti jiru tana dubbate.