John 6:60 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa hedduun kana dhage'anee, “Barsiisi kun guddoo jabaata. Eennutti isa fudhatiisa dande'a?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa hedduuni akasi d'ageennaani waan jed'e, Jechi kuni jaba, eentu dandae hubata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jarii isaa hedduun akkasi dhageennaan, “Jechii kun jabaa, eentu danda'ee hubata?” waliin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota keessaa hedduun isaanii hennaa kana dhagayan, «Kun dubbii nama qaajjibbeessu; eentu isa dhagayuu danda'a?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota keessaa hedduun isaanii hennaa kana dhagayan, «Kun dubbii nama dhiphisuu, eentu isa dhagayu danda'a?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa baayi'eewwn isaanii kana yeroo dhagayanitti, «Haasofnni kun ulffaata'a, eennutu fudhachu'uuf dandda'a?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa hedduun kana dhage'anee, «Barsiisi kun guddoo jabaata. Eennutti isa fudhatiisa dande'a?» jedhane.