John 6:63 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaaanni Waaqaa jiruu kenna; hunni namaa womaa bu'aa hin qaddu. Jechi ani isinitti dubbadhe Ayyaana Waaqaa ti; jiruulle'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nama jiraachisa Lubbu Waaqaa; fooni woma imbahani. Dubbini anini isaniti hime Lubbufi jireenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nama jiraachisaa hafuura Waaqaa; foon homaa hinba'an. Dubbiin anin isanitti hime hafuuraa fi jireenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Jireenna namaa kennu Ayyaana Rabbiiti. Foon womaa hin fayyadu, dubbiin ani isinitti hime Ayyaana, jireennalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Jireenna namaa kennu Ayyaana Rabbiiti. Foon womaa hin fayyadu, dubbiin ani isinitti hime Ayyaana, jireennallee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jireenna ka kennu Hafuura Waaqaati, huminni namaa garuu womaafuu hin fayyadu, dubbiin ani isinitti dubbadhe Hafuura, jireennaati'lle'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Waaqaa jiruu kenna; hunni namaa womaa bu'aa hin qaddu. Jechi ani isinitti dubbadhe Ayyaana Waaqaa ti; jiruulle'e.