John 6:65 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ede'ee, “Ani waan kanaaf ka Abbaan kiyya akka gara kiyya dhufu godhe malee, eennulle gara kiyya dhufiisa hin dande'u isiniin jedhe” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle waan jed'e, Maro waan kanatifi anini ya isaniti hime, nami tokoleeni dandae gara kiyya ind'ufu, yo Abbaani tolcheefi male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammallee, “Mar. roo waan kanaatiif anin ya isanititi hime, namii tokkolleen danda'ee gara kiyya hindhufu, yo Abbaan tolcheef malee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf akkana isiniin jedha, «Yoo Aabbaan irraa kennameef malee, ka gara kiyya dhufuu danda'u hin jiru» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf isiniin jedhe, «Yoo Aabbaan irraa kennameef malee, ka gara kiyya dhufuu danda'u hin jiru» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus, «Waaqa Abbaa biraa ka eeyyamameef yoo ta'ee malee, gara kiyya dhufu'uuf ka dandda'u hin jiru ka isiniin jedhe kanaaf» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ede'ee, «Ani waan kanaaf ka Abbaan kiyya akka gara kiyya dhufu godhe malee, eennulle gara kiyya dhufiisa hin dande'u isiniin jedhe» jedhe.