John 6:66 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kanaaf, barattoota isaa keessaa hedduun gara duubaa deebi'ane; eega san isa woliin hin deenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi nami hedduuni jara isaa keesa isa lakise gula yau dide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif jara isaa keessaa namii hedduun isa lakkise gula yaa'uu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf darasoota keessaa heddu isaanii gara duubaa deebi'an; achiin maayessa isa woliin hin deemne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf darasoota keessaa heddu isaanii gara duubaa deebi'an; achiin maayessa isa woliin hin deemne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaa kanaan'llee barattoota isaa keessaa baayi'eewwan gara duubaa titti ni deebi'an, yeroo sanii jalaqabee'llee Yesusiin horddofuu ni dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaaf, barattoota isaa keessaa hedduun gara duubaa deebi'ane; eega san isa woliin hin deenne.