John 6:67 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yesuus barattoota kudhanii lamaaniin, “Isinille deemuu barbaaddanii” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yesoni waan jara isaa ka kud'ani lamatiini jed'e, Isanileeni yau feetani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jara isaa kudhanii lamaaniin, “Isaniilleen yaa'uu feetanii?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee darasoota kudha lamaaniin, «Isinillee ammo deebitanii deemuu barbaaddanii?» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee darasoota kudha lamaaniin, «Isinillee ammo deebitanii deemuu barbaaddanii?» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Yesus barattoota isaa kudha lamaaniin, «Isin'llee ammoo deemu'uuf ni barbaadanii moo?» isaaniin ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yesuus barattoota kudhanii lamaaniin, «Isinille deemuu barbaaddanii?» jedhee gaafate.