John 6:68 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Simoon Pheexroos, “Gootta'a, gara eennuu deenna? Ati Jecha jiruu bara baraa kennu qadda.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simoni Petroni waan jed'eeni, Aabbo, eennuti yaana? Atini dubbi jireenna hegeri qabda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Simoon Phexros, “Aabboo, eennuu yaanaa? Atin dubbii jireenna barabaraa qabdaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Simoon Pheexroos, «Gooftaa kiyya! gara eennuu deemna? Ati dubbii jireenna bara baraa qabda.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Simi'oon Pheexroos, «Gooftaa kiyya, gara eennuu deemna? Ati dubbii jireenna bara baraa qabda.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Simoon Phexiros akkana jechu'uun ni deebise, «Yaa Gooftaa! Gara eennuu deemnnaa? Ati dubbii jireenna bara baraa ni qabdda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoon Pheexroos, «Gootta'a, gara eennuu deenna? Ati Jecha jiruu bara baraa kennu qadda.