John 6:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Filiphoos, “Dabboon mindaa ji'a saddeetiille diqquma diqqoolle'een isaan mara hin geettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Filiponi waan jed'eeni, Sagaleeni shilingi d'ibba afurileeni worra kana ingeetu, ato diqeesani qoodanile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Filiphos deebiseefii, “Sagaleen qarsii dhibba afuriilleen warra kana hingeettu, adoo diqqeessanii qoodaniillee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Filiphoos, «Isaan martinuu diqqo diqqoo akka afaaniin qaban uduu binnee; xoroshoon saantibii dhibba lamaatuu hin gayuuf» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Filiphoos isaan martinuu diqqo diqqoo akka afaaniin qaban uduu binnee, «Xoroshoon saantibii dhibba lamaatuu hin gayuuf» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Filiphos'llee, «Tokkoo tokkoo isaaniitiif diqqoma diqqoo kutee akka isaanii kennuuf, buddeenni dinaara dhibba lamaa isaanii hin gayuu» jechu'uun ni deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filiphoos, «Daabboon mindaa ji'a saddeetiille diqquma diqqoolle'een isaan mara hin geettu» jedhe.